Qophii Marfataa: Godaansa: Bu’aa fi Miidhaa Isaa Biyya Keenya Irra
Автор: Oromiait
Загружено: 2025-12-23
Просмотров: 195
Biyya ofii dhiisanii alatti jiraachuun (godaansa) jireenya namoota dhuunfaa qofa osoo hin taane, biyya itti dhalatan irrattis dhiibbaa guddaa qaba. Godaansi gargaarsa maallaqaa, muuxannoo fi beekumsa haaraa fiduu danda’a; akkasumas humna hojii, ijoolee fi ogummaa biyya keessaa hanqisuu danda’a. Sagantaan kun bu’aa fi miidhaa godaansaa, akkasumas maal gochuun biyya keenya jabeessuu akka dandeenyu ni ilaala.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: