Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

Itti Qabsiisii—Classic Afaan Oromoo Song by

Автор: Arsa Galata

Загружено: 2025-11-27

Просмотров: 55827

Описание:

A classic Afaan Oromoo song remixed by ‪@arsagalata‬

Lyrics
Itti qabsiisi abidda Hafuuraa
Hafuurri isaa iyyuu walitti guuraa
Gaara gad buuseedachaa ol kaasee
Saba lafa irraa walitti dachasee (X2)

An nan burraaqa natti tolee
Diina koo YESUStu naa lole (2x)

Inni arguu dhabe jaamaan ha ilaalu
Itti qabsiisi naafti ha utaaluu
Hidhaan kan jiru hidaati ha hiikamu
Ulfinni kee Gooftaa hundatti ha himamu (X2)

An nan burraaqa natti tolee
Diina koo YESUStu naa lole (2x)

Inni nuun mormu tulluun haa jigu
Sabni lafa irraa humna kee ha argu
Inni nu duraa galaanni ha dhaabatu
Diinni lubbuu keenyaa gubatee ha wowwaatu (X2)

An nan burraaqa natti tolee
Diina koo YESUStu naa lole (2x)

Itti Qabsiisii—Classic Afaan Oromoo Song by

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

Aarsaa Galataa—Classic Afaan Oromo Song—by ⁨@arsagalata⁩ collab ⁨@ronenstrings⁩/@sena_abara

Aarsaa Galataa—Classic Afaan Oromo Song—by ⁨@arsagalata⁩ collab ⁨@ronenstrings⁩/@sena_abara

Джем – Itti Qabsiisii—Classic Afaan Oromoo Song by @arsagalata

Джем – Itti Qabsiisii—Classic Afaan Oromoo Song by @arsagalata

የብሄር ብሄረሰቦች ጭፈራ || Nation Nationalities Dance of Ethiopia || Wolaita

የብሄር ብሄረሰቦች ጭፈራ || Nation Nationalities Dance of Ethiopia || Wolaita

ልመለስ (Limeles)—Daniel Amdemichael—revisited by @ronenstrings

ልመለስ (Limeles)—Daniel Amdemichael—revisited by @ronenstrings

Ani Jabaa Ta'een Miti Remix  - Girma Qaxise

Ani Jabaa Ta'een Miti Remix - Girma Qaxise

Wakayoo koo Remix - Abebe Temesgen

Wakayoo koo Remix - Abebe Temesgen

Rihooboot—Classic Afaan Oromo Song by @arsagalata

Rihooboot—Classic Afaan Oromo Song by @arsagalata

Ab IA- NAMA KAKUU [Official Music Video]

Ab IA- NAMA KAKUU [Official Music Video]

Itti qabsiisi abidda hafuuraa

Itti qabsiisi abidda hafuuraa

GANAMA GANAMAAN: IJOOLLEE ABDII BORII

GANAMA GANAMAAN: IJOOLLEE ABDII BORII

Nuroyen Yetamrat Adrgotal - by @AwtaruKebede—revisited by ‪@ronenstrings‬

Nuroyen Yetamrat Adrgotal - by @AwtaruKebede—revisited by ‪@ronenstrings‬

Gara Guddinaattii—Abbaba Temesgen by @arsagalata

Gara Guddinaattii—Abbaba Temesgen by @arsagalata

Ijaaramaa Deemna | Rahel T.  Official live worship video

Ijaaramaa Deemna | Rahel T. Official live worship video

Boolla Qilee Kessaa Nama Baasta Remix - Bacaa Bayyanaa

Boolla Qilee Kessaa Nama Baasta Remix - Bacaa Bayyanaa

ደርቤ (Deribe)—Betelihem Wolde—Revisited by @ronenstrings

ደርቤ (Deribe)—Betelihem Wolde—Revisited by @ronenstrings

Chekolebegn by @yidnekachewteka9679  / ቸኮለብኝ - ይድነቃቸው ተካ—revisited by ‪@ronenstrings‬

Chekolebegn by @yidnekachewteka9679 / ቸኮለብኝ - ይድነቃቸው ተካ—revisited by ‪@ronenstrings‬

Yesusiin | Tirfe Abera New Afaan Oromoo Gospel Song 2026

Yesusiin | Tirfe Abera New Afaan Oromoo Gospel Song 2026

OOLMAA BAAYEE (MAGARSAA BEKELE) Oromo Protestant Mezmur 2025 Faarfannaa Afaan Oromoo

OOLMAA BAAYEE (MAGARSAA BEKELE) Oromo Protestant Mezmur 2025 Faarfannaa Afaan Oromoo

ABDII (HOPE) - Fenan Befikadu, Dawit Getachew & Meron Alemu (Official Music Video)

ABDII (HOPE) - Fenan Befikadu, Dawit Getachew & Meron Alemu (Official Music Video)

Bereket Tesfaye በረከት ተስፋዬ Waaqa Guddaa

Bereket Tesfaye በረከት ተስፋዬ Waaqa Guddaa

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: infodtube@gmail.com