Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
Автор: VOA Afaan Oromoo
Загружено: 2025-01-31
Просмотров: 39429
0:00 Qophii Jimaata harraa kessatti
1:07 Xayyaarota Lama Handaara Waashingtonitti Walitti Bu'an Ilaalchisee Qorannaan Cimee Itti Fufee Jira
6:27 Lammiileen Itiyoophiyaa Dhibbootaan Lakkaawaman Puuntilaanditti Qabamanii Gara Itiyoophiyaatti Deebifamuun Gabaasame
3:56 Riphxee-Loltoonni Koongoo M 23 Jedhaman Gara Magaalaa Kinshaasaatti Imalaa Jiraachun Gabaasame
Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: