ARGAMNI KEE | REHOBOTH WORSHIP TEAM | New Afaan Oromo Gospel Song | 2017/2025
Автор: EBKCA Rehobot
Загружено: 2025-01-03
Просмотров: 12427
Topic : ARGAMNI KEE
Singers : REHOBOTH WORSHIP TEAM
Waldaa Birhaana Kiristoos Rehobot Adaamaa
Lyrics
Argamni kee nagaa laata
Wanti hin jirre siin jiraata
Nuuf argami siin barbaanna
Nu dhuunfadhu sitti of laanna.
..Argamni kee *2
In fayyisa, isa cabe wal'aanee in deebisa x2
In haaressa, jireenya keenya eegee in ceesisa x2
01
Bakka ati jirtu nagaa nagaadha
Bakka ati argamtu nagaa nagaadha
Koottu nu gidduu yaa Waaqayyo Abbaa
Rakkina keenya situ furee darba, Nagaa.
..Argamni kee gaara gadi qbaa
..Argamni kee ol kaasa dadhabaa
..Argamni kee duwwaa namaa guuta
..Siin barbaanna mul'adhu gooftaa x2
02
Yeroo hundumaa fuula kee barbaanna
Nagaa guutuufi boqonnaa sirraa arganna
Hin quufamtu yoomillee hin nuffamtu
Kan si waameef ni argamta hin tuffattu.
..Koottu dheebuu nu baasi x2
..Ayyaana kee nuuf dhangalaasi.
03
Yoo si malee nuti maal qabna? kan nuuf ta'u
Yoo ati hin jirre? eenyudha inni nu dhaga'u
Ati nuufi, waan hundumaadha qabeenya guddaa
Homtuu hin jiru nuuf siin ala, ati nuuf adda.
..Ati nuuf adda Gooftaa keenya ati nuuf adda
..Ati nuuf adda Yesus keenya ati nuuf adda x2
Production : BW Studio
Dp&Editing : Bonney Wakjira
Gaffer : Samson Kebede
Production Manager : Mati Kebede
Director : Rehoboth Worship Team
Music Arrangment&Mixing : Eliyas Birhanu
Lead Guitar : Ebenezer
Box Guitar : Samson
Galata
Hunda dursa abbaa kennaa kanaa isa ta'e Waaqayoon gudisnee galateeffanna! Itti aansudhaan Milkaa'ina hojii kanaaf, namaoota kallatii gara garaan nu deeggaran hundaan Waaqayyo isin haa eebbisu jechuu jaallanna.
Subscribe Our Youtube Channel : / @ebkcadamarehobot
Follow Our Facebook Page : https://www.facebook.com/profile.php?...
Follow Our Tiktok : https://www.tiktok.com/@rehoboth.wors...
Instagram : https://www.instagram.com/rehoboth.wo...
@solomonalemuofficial
@BereketTesfayeOffical
@azebhailuofficial
@Solomonadugnaofficial
@abrahamtarre
@WAKJIRATUBE
@EGEREEMEDIA
@oboromedia
@yidnekachewteka9679
@araratvworldwide
@Bikilakebedeofficial
#share
#subscribe
Rehoboth Worship Team
Phone No +251955555654
+251942225179
+251910651563
© 2017/2025
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: