How to learn code for free in Ethiopia 🇪🇹
Автор: MR B3K1
Загружено: 2024-07-31
Просмотров: 242
#coding
barumsa tolaa #coding ethiopia keessatti kennamaa jiru akkamitti baranna?
how to enroll ethiopian free coding course?
የኢትዮዽያ የነፃ ኮድ ትምህርት እንዴት መመዝገብ እንደሚቻል
link👇
https://t.me/+ahzTlrGCaRVkMjhk
--------
---------
Breaking 📣
Yeroo darbe mootummaan Ethiopia 🇪🇹 fi United Arab Emirates walin tahuun barumsa bilisaa kan waggaa sadiif turu namoota milliyoona 5 tahaniif bilisaan dhiyeessuuf murteessaniiru.
Barumsi kun course sadii of keessatti kan qabatu yoo tahu isaanis
_fundamental of programming
_fundamentals of mobile app development
_fundamentals of database or data system
Kan jedhanidha.
Barumsi kun torbee 8 gaditti kan dhumu yemmuu tahu qarshii tokko malee certificate keessan fudhachuu dandeessu.
Koorsiiwwan kunneen dhugaa dubbachuf platform barumsaa kanneen akka udemy faa irraatti qarshii hedduudhaan gurgurama.
Kanaaf carraa kana akka gaariitti itti fayyadamuun jireenya keessaan jijjiiraan dhaamsa kooti.
🚩 Barumsa kana barachuuf maaltu nurraa eeegama?
--Computer fi interneetii gahaa qabaachuu qofa.
🏳 Warren barumsa kana eegaluu barbaaddan linkii kanaan seenuun galmaa'uun jalqabuu dandeessuu.
Link ___https://t.me/+ahzTlrGCaRVkMjhk
❗️Akkaataa galmee fi barumsa isaa namonni vidiyoodhaan barbaaddan comment jalatti na beeksisaa.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: