Galaana Jaalalaa | Muka Natti Darbatee Ijakoo Tokko Jaamse
Автор: Monet Beksisa Official
Загружено: 2025-09-04
Просмотров: 72541
Qophii Galaana Jaalalaa torban torbaniin guyyaa kamisaa galgala galgala isin bira gahuudha. Qophiin kan namoonni garaagaraa muuxannoo fi mudannoo isaanii jaalalaa keessatti dabarsaan itti qoodanii fi dhaloota ittin barsiisaniidha . Namoonni irratti hirmaachuu barbaaddan karri keenya banaadha. youtube keenya subsicribe godhaa. Torbaan kana Seenaa Abarrash Kibabawu isin biraan geenya.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: