Yesuusiin Simachuu
Автор: The Messenger of Peace
Загружено: 2026-01-12
Просмотров: 0
Yesuusiin duukaa kan bu'an namoota lakkoofsa hin qabneedha. Haa ta'u malee namoonni kun kaayyoo garagaraa qabu. Isaanis:
-Warra Yesuusin kasasan (Fariisota, Lubootaafi geggeessitoota mana sagadaa)
-Warra dinqiifi milikkita qofa arguu barbaadan
-Warra buddeena baduuf dhama'an fi
-Warra akka Phexros dubbii jireenya barabaraa barbaadan dha.
Kanaafuu namni Waldaa Kiristaanaa keessa jiraateef, Yesuusiin simateera jechuu hin dandeenyu.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: