Sheek Xaliileessaa Wajjin Seenaa Qabsoo Bara Mootummaa Cehumsaa Gaggeefame | 7/10 [SE09 EP182]
Автор: Ilmaormaa
Загружено: 2024-09-19
Просмотров: 612
Kurfii tana gubbaatti Sheek Xaliileessaa,
Taateewwan jala-bultii kufaatii DARGu mullatan
Haala Mootummaa Cehumsaa keessaa ABOn dhiibame baafame
Qabsoo dirree keessatti humna woyyaaneefi human Eritiraa wojjin gaggeefamaa tureefi waan hedduu seenaa qabeessaa nuun qooddatan
Dhihaadhaa!
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: