Misoomni Kooriidarii Ayyaanota Addabaabayiif Simboo Dabalataati- Jiraattota
Автор: AMN - Afaan Oromoo
Загружено: 2026-01-21
Просмотров: 12
Hojiileen Misooma Koriidariin Hojjetaman Ayyaanota Addabaabayiif Simboo Dabalataa ta’aniiruu Jedhan Jiraattotni Magaalaa Finfinnee AMN PLUS’f Yaada Kennan.
Bu’uuraaleen Misoomaa kunneen Dhaloota Itti Aanuufis Tajaajila Gahaa Akka Kennaniif Kunuunsuufi Eeguun Dirqama Lammiilee Hundaa Ta’uus Kaasaniiru.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: