Jaal Marroo Dirribaa maal dhaaman!
Автор: AYANTU-MEDIA
Загружено: 2025-12-31
Просмотров: 217
Barri bara injifannooti. Bara sirna garboomfataatti xummura tolchinudha. Bara 'faajjiin' Oromoo ol kaatee gadi dhaabbattu. Bara Oromoon akka sabaatti mataa ol qabatu. Bara Oromoon walitti qabamuun biyya isaa Oromiyaa diina harkaa itti deeffatuudha.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: