BU'AA LABSII GUBAA etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo|
Автор: Etv Afaan Oromoo
Загружено: 2026-01-21
Просмотров: 323
Itoophiyaan Adoolessa Bara 2016 imaammata fooyyessa diinagdee haaraa marsaa 2ffaaf fooyya'ee bahe RIIFORMII DIINAGDEE GOOROO HUNDA GALEESSAA jechuun hojiirra oolchaa jirti.
Imaammanni fooyyessa diinagdee Gooroo kunis ammatti hojiirra oolmaan isaa maal fakkaata?
Dhimma kanarratti Etv Afaan Oromoon, Hayyoota fi Qorattoota damee Misooma Diinagdee Dr Gammachiis Marshaa fi Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teekinooloojii Adaamaatti Barsiisaa fi Qorataa kan ta'an, Dr.Kaasaahuun Dubbaalaa gaafateera.
#etvafaanoromoo #EBC #EtvAfaanOromoo
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: