Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

“Geelee jaartii tiyyaa jaaladhe” Dhaddacha Jaalalaa 24

Автор: Nuuralhudaa

Загружено: 2024-07-12

Просмотров: 26418

Описание:

Galmee iyyannoo 51
As wr wb. Akkam jirtan kabajamtoota qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Hedduu isinirraa gammanne. Qophiin dhaddacha Jaalalaa qophii ajaa’ibaati. Waan haqa qophii kanaa na gammachiise hin argine. Ani maqaan kiyya F.A jedhama. Wanti gama iyyannoo kanaa na fide waanuma xiqqoodha. Abbaa manaa kiyyaan hedduu wal jaalanna. Inni nama gaariidha. Haalaa amalli isaa ana qofaaf osoo hin taane, namoota inni waliin jiraatu hundaaf jaalatamaadha. Sababaa haalaafi amala isaa kanaaf, namni heddu kabajaa guddaa kennaaf. Inni hawaasa isaa keessatti nama kabajamaadha. Gama bultii tiyyaatiinis gammachuu goddoo isarraa argadhe. Abbaan manaa kiyya kun nama haalaan qaanfatuudha. Yeroo tokko gara biyyaa imalee maatii kiyyaanis wal baree biraa deebi’e. achi booda maatii kiyya telefoonaan dubbisee hin beeku. Maaliif maatii kiyyaaf hin bilbillee jedhee yoo gaafadhu, ani isaan dubbisuun hatti ulfaata. Haalaan qaanfadha, hayyee yeroo biro bilbilaaf naan jedha. Garuu deebisee hin bilbilu. Ni irraanfata. Maatiin kiyya ammo yeroo hunda na gaafatan, inni maaliif nuuf hin bilbille, maaliif nu dubbisuu dida jedhanii na gaafatan. Gama birootiin dhimmi kana saahibbaan tiyya wajjiin yeroo mari’adhu, jaarsi isaanii maatii isaanii yeroo heddu akka dubbisan naaf himan. An ammo waan kana dhabuun hedduu natti dhagahama. Mee maal naaf dhaamtan, isaaf hoo gorsa akkam dabarsitan. Maatiin kiyya akkuma na jaalatan isas jaalatan. Inni immoo itti dhihaachuu dide. Furmaanni kiyya maali? Deebisaa abbaa murtii obsaan eeggadha.

Galmee Iyyannoo 52
Assalaamu Aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh, Qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Qophii bareedduu tana nuuf qopheessuu keessaniif galanni keessan guddaadha. Rabbiin isinirraa haa jaalatu. Maqaan kiyya Y.H jedhama. Iyyannoon kiyyas akka asii gadii kana. Haati warraa tiyya saahiba heddummaatti. Saahibban dubraa heddu waan qabduuf, yeroo heddu mana dhufanii isii wajjiin haasawaa oolan. An ammo waan kana hin jaalanne. Saahiba hin heddummeessin, nama wajjiinis haasawaa hin oolin jedhee itti dubbannaan, ati silaafuu dalagaa oolta, ani kophaa kiyya maaliif mana taa’aa oola. Isaan na bira dhufanii na wajji taphachuun maal rakkoo qaba naan jette. Achi booda anis dhimmi san itti hin dubbanne. Guyyaa sabtiif Alhadaa yeroo an mana oolus saahibban isii numa dhufan. Osoma an mana keessa jiru buna dhaabanii haasawanii taphatan. Dhiheenya kana ammo dubbii jabduu takkatu harkaa na qaba. Saahibni isii tan yeroo heddu dhuftu takka haalaan bareeddi. Sanirraan uffannaan isiitis hedduu nama harkisa. Shittoon isiin dibattee dhuftus mana hunda urgeessa. Amma qalbiin tiyya intala san kajeeluu eegaltee jirti. Yoo haala kanaan itti fufne rakkoo jabduutu mudachuu mala jedhee sodaadha. Yeroo heddu yoo dalagaa irraa gara manaa galu, yoo intalti sun jaartii tiyya bira jiraatte ni gammada. Isaan bira ta’ee wajji haasawee taphadha. Yoo isiin hin jiraannee ammo gammachuu hin qabu. Waan kanaaf eenyutu itti gaafatama. Bultii tiyya hoo akkamitti rakkoo mudachuuf deemu kanarraa oolcha. Deebisaa abbaa murtii obsaan eeggadha.



Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.

We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.

“Geelee jaartii tiyyaa jaaladhe” Dhaddacha Jaalalaa 24

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

RNH 987, November 24, 2025 Soora Qalbii

RNH 987, November 24, 2025 Soora Qalbii

"Intala fira isaa wajji zinaa dalaga." Dhaddacha Jaalalaa 25ffaa

MAQAAN KOO SHUKRI MITI || SHUKRI JEMAL ON GAMMADAA SHOW || 2025

MAQAAN KOO SHUKRI MITI || SHUKRI JEMAL ON GAMMADAA SHOW || 2025

"Isiin sa'aa 24 haasawuu feeti, ani haasawa hin jaaladhu" Dhaddacha Jaalalaa 23

26.11.2025 Күндеми | Кечки чыгарылыш || Регион ТВ

26.11.2025 Күндеми | Кечки чыгарылыш || Регион ТВ

Кечки ЖАҢЫЛЫКТАР топтому 25.11.2025

Кечки ЖАҢЫЛЫКТАР топтому 25.11.2025

"Waan na hin beeyne na barsiisee na biraa deeme" Dhaddacha Jaalalaa 27

KOREPETYCJE z POLSKIEGO 3

KOREPETYCJE z POLSKIEGO 3

የሚሸጥ ቤት

የሚሸጥ ቤት

Osoo jaartii qabu hojjattuu wajji zinaa dalage - Dhaddacha 49, lakkofsa iyyannoo 96

Osoo jaartii qabu hojjattuu wajji zinaa dalage - Dhaddacha 49, lakkofsa iyyannoo 96

Rymanowski, Golędzinowska: Twarzą w twarz z diabłem

Rymanowski, Golędzinowska: Twarzą w twarz z diabłem

"Yoo inni firaashaaf na barbaadu ani nin dida" Dhaddacha Jaalalaa 22

Intala Zinaan Dhalatte Fuudhuu... Dhaddacha Jaalalaa 54

Intala Zinaan Dhalatte Fuudhuu... Dhaddacha Jaalalaa 54

Kolejna odsłona afery FS: Maria Kurowska miała ręcznie sterować milionami z publicznej kasy

Kolejna odsłona afery FS: Maria Kurowska miała ręcznie sterować milionami z publicznej kasy

RNH 909, December 23, 2024 Soora Qalbii

RNH 909, December 23, 2024 Soora Qalbii

Eegan Heerumee booda Gurbaa dur jaaladhu tasa arge - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 14ffaa

Eegan Heerumee booda Gurbaa dur jaaladhu tasa arge - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 14ffaa

"Intala ilmoo hin dhalle tana hiikii tan biroo fuudhi" - Dhaddacha Jaalalaa 47

Jaarsa kiyya moo maatii kiyyaaf ajajamuu qaba? - Dhaddacha 58

Jaarsa kiyya moo maatii kiyyaaf ajajamuu qaba? - Dhaddacha 58

ЧУКУЛ КАТУУ ЧАТАК БАШТАЛГАНЫ КАЛДЫ! КЫРГЫЗСТАНДЫН АКЧАСЫН КОРДОП

ЧУКУЛ КАТУУ ЧАТАК БАШТАЛГАНЫ КАЛДЫ! КЫРГЫЗСТАНДЫН АКЧАСЫН КОРДОП

Путин кыргызча сүйлөп.. Өзгөчө официалдуу тосуп алуу аземи өттү

Путин кыргызча сүйлөп.. Өзгөчө официалдуу тосуп алуу аземи өттү

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: [email protected]