Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

Kan Garaa Keenya Ciibsu || Tamirat Olika || New Gospel Music Song 2018/2026

Автор: YEEDALOO MULTIMEDIA

Загружено: 2026-01-18

Просмотров: 1125

Описание:

Kan garaa keenya ciibsuu

Nuti tollee hin beeknu tola tokko hin qabnu har'a kan jiraannee ...ati nuuf tolteetu{3×}
Hojii gaarii hin qabnu kan nuyi lakka'annu tokkolle hin hojjenne...gaarii nuf taateetuu {3×}

Galataa... Hoodhu galataa..
Galata siif laanna waan siin jennu hin qabnuu
Isa nuuf goote san callisnee hin darbinu
Kunuunsaa kenya ati hin irraanfatamtuu siif qofaaf iddoo qabna
Hamma beeknuun olit dandeetti keenya hundaan si galateeffanna
Kunuunsaa kenya ati Tasa hin dagatamtuu siif qofaaf iddoo qabna
Hamma beeknuun olit dandeetti keenya hundaan si galateeffanna

Har'a ga'uu keenyaaf sidha sababni isaa
Isa ati nuuf goote kam himaa kam dhiisa
Guddaa guddaa caaluu ati hundaa dandeessa
Harkakeetu nu baatehoo maaltu nuu yaaddeessaa.... Hamma jettu geessaa..

Wanti ta'u martinuu raawwachuuf eeyamakee gaafata
Kan atii keessa hin jirre hin jiru namni ofumaa watwaataa
Kaan abju soba raajuu akka waan yeroon xumuraa hin jirree
Abdii keenyatu mul'achuuf dhiyootti namni immoo kana hin barre

Kan garaa keenya ciibsu waan hundumaa nuti himte
Nurraa fagaatte hin beektu dursa keenyaa argamtee
Haalli hundumtuu wal dhahee yoo dideeyyuu mijachuu
Gargaaraa lafa onaa nu si qabna isa nu oolchu..

Miiltoo amanamaakoo michummaakee sanaa
Fagoo yoo fakkaattes yeroo hundaa na fanaa
Bay'achuun rakkiinaa kakuukee hin jijjiiruu
Da'oo amanamaakoo ya isa naa gargaaruu .....kan akkakee hin jiiruu

Akkatti nuyi as geenye situ nu egee iccitiinsaa nu hin galuu
Dadhabbii keenya beekta yoom nu laatte darbattee isa nu loluut
Argineerra Addunyaan yommu dhabde rakkina isheetiif fala
Hamma jette inni geessu nurra qabdeetta harkakee isa jaalalaa

Kan Garaa Keenya Ciibsu || Tamirat Olika || New Gospel Music  Song 2018/2026

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

Buddeen Jireenyaa Sanbato Gofar || New Gospel Music Video 2018/2025

Buddeen Jireenyaa Sanbato Gofar || New Gospel Music Video 2018/2025

Henook Amantiidhaan || Guluma Gofar || New Afaan Oromoo Gospel Music Song || 2018/2026

Henook Amantiidhaan || Guluma Gofar || New Afaan Oromoo Gospel Music Song || 2018/2026

እንደገና | አዲስ የምስጋና ዝማሬ | apostolic songs

እንደገና | አዲስ የምስጋና ዝማሬ | apostolic songs

Farfaata Dassee duulaa

Farfaata Dassee duulaa

Godoon Diinotakee Jigeera Alfaadhaaf omeegaa baraan kan jiraattu

Godoon Diinotakee Jigeera Alfaadhaaf omeegaa baraan kan jiraattu

Dawaa Lubbuu  | Lensa tilahun | #Protestant #JesusChrist #BibleVerse

Dawaa Lubbuu | Lensa tilahun | #Protestant #JesusChrist #BibleVerse

Faarfannaa Durii walitti fufaa P5

Faarfannaa Durii walitti fufaa P5

Lubni Qajeelummaa || Guluma Gofar || New Gospel Music Song || 2018/2026

Lubni Qajeelummaa || Guluma Gofar || New Gospel Music Song || 2018/2026

JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024

JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024

Anatu Beeka Iddoi Inni Fidee Nama Na Godhe

Anatu Beeka Iddoi Inni Fidee Nama Na Godhe

AMANUEL SARBESA || CHRISTMASS EVE LIVE WORSHIP ||

AMANUEL SARBESA || CHRISTMASS EVE LIVE WORSHIP ||

IJI NAMAA KAN HIN ARGINE GEREMU TEREFU AFAAN OROMO GOSPEL MUSIC SONG 2018/2025

IJI NAMAA KAN HIN ARGINE GEREMU TEREFU AFAAN OROMO GOSPEL MUSIC SONG 2018/2025

" TULLUU TUULAMAA " FAAR DASSAALENY DUULAA 2021

Guutuu Shifarraa || Live Worship || Beetel Jamoo

Guutuu Shifarraa || Live Worship || Beetel Jamoo

Dadhabbinkoo sitti ha mul'atu 😭 Faarfannaa Bayyee nama haaresu faarfannaa Afaan Oromoo haaraa

Dadhabbinkoo sitti ha mul'atu 😭 Faarfannaa Bayyee nama haaresu faarfannaa Afaan Oromoo haaraa

Addisuu Waayimaa || Seenaan kee Mudaa Hin Qabu || Amazing Song ✔

Addisuu Waayimaa || Seenaan kee Mudaa Hin Qabu || Amazing Song ✔

#Cidhaaf #Faarfannaa. 28/03/2018

#Cidhaaf #Faarfannaa. 28/03/2018

HAA TURAMU | Solomon Alemu | 2026

HAA TURAMU | Solomon Alemu | 2026

𝗙𝗮𝗮𝗿𝗳𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗮𝗰𝗮𝗮 𝗕𝗮𝘆𝘆𝗮𝗻𝗮𝗮 :𝗛𝗶𝗱𝗵𝗮𝗮 𝗛𝗶𝗶𝗸𝗮

𝗙𝗮𝗮𝗿𝗳𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗮𝗰𝗮𝗮 𝗕𝗮𝘆𝘆𝗮𝗻𝗮𝗮 :𝗛𝗶𝗱𝗵𝗮𝗮 𝗛𝗶𝗶𝗸𝗮

Abbaa Gaarii - Amen singers group New music video 2025

Abbaa Gaarii - Amen singers group New music video 2025

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: infodtube@gmail.com