Sheikh Amin Ibro Fitna Ummati fi Barnoota Islaamaa | Seenaa Nabiyyoota & Gorsa Jireenya | QajeelWay
Автор: QajeelWay
Загружено: 2026-01-22
Просмотров: 270
QajeelWay chaanaalii YouTube Islaamaa Afaan Oromootiin dhiyaatu yoo ta’u,
da’awaa, gorsa qalbii, barnoota Qur’aanaa, seenaa Sahaabaa,
nashiidaa Islaamaa fi yaada jireenyaa Islaamaa dhiheessa.
Kaayyoon keenya:
– Amantii (Islaamummaa) jabeessuu
– Qalbii namaa sirreessuu
– Aakhiraa yaadachiisuu
– Jireenya Islaamaa irratti qajeelchuu
Chaanaalii kana keessatti:
📖 Qur’aana dhaggeeffattu
🗣 Gorsaa fi nasiha argattu
🧕🏽 Seenaa Sahaabaa barattu
🎶 Nashiidaa Islaamaa dhaggeeffattu
📢 Da’awaa Afaan Oromootiin dhiyaatu argattu
👉 Yoo chaanaalii kana jaallatte:
✔ Like gochuu
✔ Share gochuu
✔ Subscribe gochuu hin dagatin
“Rabbiin karaa sirrii nu haa qajeelchu – QajeelWay waliin!”
00:00 – Seensa fi du’aa eegalu
02:30 – Fitna Ummati fi haala dubartootaa
05:10 – Rabbii fi nabiin Muhammad ﷺ ilaalchisee
08:00 – Seenaa nabiyyoota: Ibraahiim, Nuuh, Yoonis
11:00 – Akhlaaqi fi nama sahabaa
14:00 – Fikrii fi barnoota Islaamaa
17:00 – Mas’ala shirk fi barri dhuma
20:00 – Dhibdee fi gorsa jireenya
23:00 – Qur’aana fi shari’ah irratti xiyyeeffannaa
25:00 – Xumura fi gorsa dhuma
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: