Donkey Tube - Afaan Oromoo
Donkey Tube-Afaan Oromoo
viidiyoowwan Jaallatamoo kanaan dura fuula yuutiyuubii donkey tube irratti ilaalaa turtan amma immoo gara afaan oromootti hiikamuun fuula yuutiyuubii Doonkii Tube Afaan Oromoo jedhu irratti haala bareedan isiniif dhiyaatera
Sabiskiraayib gochuun maatii yaa taanu.
Garagalee yoon ilaalu qeerransi na bukkee jira! #ijoolleeqaxalee #DonkeyTube #afaanoromoo
Mootummaan Hojjattoota isaa akka hojjattu manaatti isaan qacara! #Ijoolleeqaxalee #dinklejoch
Daawwii Massuud Itiyoophiyaa fi Dubaayitti Taasise Kutaa 2ffaa #ijoolleeqaxalee #dinklejoch
Taatee Duubaayitti nu Mudate...! #ijoolleeqaxalee #dinklejoch #DonkeyTube
Masuud Donkey Tube irraa badhaasa laatameefii | #masuud Kutaa 2ffaa #DonkeyTube #ijoolleeqaxalee
Masuud Ajaja Humna Qilleensa Itiyoophiyaa keessatti maaltu isa qunname? 😯 #DonkeyTubeAfaanOromoo
Addaan baanee ji'a 3 keessatti inni nama biraa fudhe... #seenaa Wubirisit Kutaa 2ffaa #DonkeyTube
Qoosaa ishee hin dandeenye | Obboleessii koo akka na caaluun barbaada! #DonkeyTubeAfaanOromoo
Jaalala jaalallee koof qabuu fi Waaqayyoof qabu madaallii tokko irra taa'ee qoramee! #DonkeyTube
Luulaan osoo moodeelingii na barsiiste natti tola! #ijoolleeqaxalee #DonkeyTube #Absaalaat
Dhukkuba ni fayyama jedhamee hin yaadamnerraa wagga 12 booda fayye #Emebet #DonkeyTubeAfaanOromoo
Bara 2010 irraa jalqabeen hojiiwwan koomeedi kee ilaalu jalqabee #Azaariyaa #ijoolleeqaxalee
Cimina mana firaa ta'anii barachuu irraa hanga hojjattuu waajjira gamtoomanii ta'uutti! #DonkeyTube
Iccitii foolii karaa irra jiru dhiiratu fida! #DonkeyTubeAfaanOromoo #IjoolleeQaxalee
Araadaa waggaa 8 irraa addaan bahee! #Mikaa'elTilaahun #JiruuNamaTokkoo #DonkeyTube
Dirqama Daa'immanii Hin Beeku! #Abenezar #Kidus #IjoolleeQaxalee #DonkeyTube #AfaanOromoo #duet
Harmee kootin Ijji Tokko Naaf Haa Ilaalu Inni Nagahan Jedheen | Seenaa Bezaawit Kutaa 2ffaa
Uffata Uffadhe Namoota Rakkataniif Akka Arjoomuu wadaa na Seensiste! #IjoolleeQaxalee #DonkeyTube
Himanni Yoo Natti Baay'atu Hunda Dhiiseen Mana Taa'e. Seenaa Beezaawit Xilaahun Kutaa 1ffaa
Amma fuudhun barbaada...Abbaan irree Dhadhaadha! #IjoolleeQaxalee #AfaanOromo #DonkeyTube
Shiroo dhadhaa hin qabnee jira moo?#DiinaaMalkaamu #IjoolleeQaxalee #AfaanOromoo #DonkeyTube
Artist Daawwit Tsiggeen Yeroo Argatan Maal jedhan? #ijoolleeqaxalee #ijoollee #afaanoromoo
Imimmaan Isheen Akkamitti Haa Dhaabu? #ijoolleeqaxalee #DonkeyTubeAfaanOromoo
Namni isaan hin eegne fuula isaanii bira dhufee isaanif sirbe! #ijoolleeqaxalee #DonkeyTube
Namoota Sababa Waraanatin Buqqa'aniif Ittigaafatamummaa Nan Fudhadha! #ijoolleeqaxalee #DonkeyTube
Ingiliffaan Natti Muddite! #ijoolleeqaxalee #DonkeyTubeAfaanOromoo #afaanoromoo
Dooktra Deessisaa Ta'u Hawaa! #IjoolleeQaxalee #DonkeyTubeAfaanOromoo #Doctor
Ittoon Foonii Mana keenyatti Jeneraaladha! #ijoolleeqaxalee #afaanoromoo #DonkeyTube #oromo
Akka Biniiyaam Balaxa Ta'uun Barbaada! Nama gargaaruuf nama ta'uun gahaadha! #Mekedonia #DonkeyTube
Obboleewwan Koo fi Haadha Koo Kan Raffisu Ana dha! #IjoolleeQaxalee #DonkeyTube