Bara 2010 irraa jalqabeen hojiiwwan koomeedi kee ilaalu jalqabee
Автор: Donkey Tube - Afaan Oromoo
Загружено: 2025-01-13
Просмотров: 4692
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa!
https://storm-visage-3...
Bara 2010 irraa jalqabeen hojiiwwan koomeedi kee ilaalu jalqabee #Azaariyaa #ijoolleeqaxalee
Keessummaan keenya har'a Azaariyaa Wondasan jedhama. Azaariyaan bara 2010 irraa jalqabee hojiiwwan koomeediyaan Isheetu kanaan dura hojjate shaakalaa maatii isaa bashannansiisudha. Daa'imni qaxaleen kun qophii kana irratti gaaffii gaafatame haala nama dinquun kan deebise yommuu ta'u agarsiisa koomeedii isaa jalqabaas qophi kana irratti agarsiisee jira. Qophii nama bashannansiisu kana ilaalun waa akka itti buufattan isin affeerra. Turtii gaarii isiniif yaa ta'u.
Koomeediyaan Isheetun warri Ijoollee isaanii fuulduratti waan dubbatan, dhagahanii fi hojjatan irratti of eeggannoo guddaa gochuu akka qaban ni amana. Sababni isaas ijoolleen akkasitti waa'ee addunyaa baru. Warri yeroo hunda haasaa jibbiinsaa hasa'aa fi dhaggeeffachaa kan jiran yoo ta'e daa'imni dhiibbaan guddaa akka irra ga'u ifadha. Egaa kaayyoon qophii kanaa guddaan ge'eessonni hirriba gadii fagoo isaan keessa jiran irraa dammaqsuudha.
Akkasumas qophii Kana Keessatti warri isaanii waa'ee sabaa, namummaa, jaalala, nagaa, safuu, fi egeree addunyaa ijoolleen isaanii waan jedhan fi yeroo keessummeessan Koomeediyaan Isheetuu waa'ee addunyaa isaan gaafatu maal akka deebisan dhageessissuu barbaada.
Agarsiisni kun ga’eessotni akkaataa ijoollee isaanii of eeggannoodhaan guddisan barsiisuun, odeeffannoo hin barbaachifne irraa akka eeganiif kan qophaa’edha.
✅Foolowi fi sabiskiraaybi kanaan gadirratti nu godha!
Facebook: / eshe.melesse
Instagram: / comedian.eshetu
TikTok: / comedian_eshe. .
Donkey English / @donkeyenglish
Donkey በጎ / @donkeybego
Donkey Tube Academy / @donkeytubeacademy
#IjoolleeQaxalee #DonkyTubeAfaaOromoo #DonkeyTube #AfaanOromo #Dinklejoch #Dinqlejoch #ComedianEshetu #ድንቅልጆች #እጹብድንቅልጆች #እሸቱመለሰ #LoveStory #Officials #Tiktok #Live #DonkeyTube #AfaanOromo #BaacooAfaanOromoo #TopNewComedy #OromooCartoon #TubeComedyVideo #TodayfunnyVideo #NewfunnyComedy #TubeCommedyVideo #HibbooAfaanOromoo #AnyComedyVideo #NewComedyYouTubeChannel #NewJokes
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: