Amazing worship//sing.jiro//
Автор: chist alone
Загружено: 2025-05-24
Просмотров: 404
chanel kun Tokkummaa Barattotaf dargaggootaa Oromo shaggar ku/ma/G/Gujee A/G/Egduu iddoo addaa burrayyuu keellaatin kan hundeeffameedha , bakii waaqeffannaa waldaa labsituu kirstoos isa fannifamee Guutu Addunyaa keessatii roobii yeroo hundaa waaree boodee sa'ati 9:00-12:30tii sagaantallee bayyee dhalootaf bu'aa guddaa buusu danda'an kan akka leenjii hafuurra, barnoota macaaffaa qulqulluu fi waaqeffana asiin argachuu dandeessu kanaafuu subscribe gochuudhan nuu cinaa akka dhabbatan jaalalan isiin gaafana Gaalatoma
namoonii gorsan, yaadan, ogummaa qabdanin qabeenyaa keessanin dargaggootaa kanaa tumsuu barbaadan link asii gadii kanan telegram keenya seenun addimin tg keessan nuu dubbisu danddessu. ykn lakkoofsa gaggeesitootta armaan gadii kanan nuu dubbisuu dandeessu
+251945110511 Daanii Adugna bareessa
+251914475806 Daraje kebata gagessa
+251944680252 Nanatii Abraham financed
EBBIFFAMA ISIIN JAALANA @SHAGGAR CHIRSTIAN YOUTH FELLOWSHIP
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: