Tapha Piriimer Liigii 2025/26 jalqabeen eenyutu milkaa'a? | BBC News Afaan Oromoo
Автор: BBC News Afaan Oromoo
Загружено: 2025-08-15
Просмотров: 5726
Taphni piriimiyer liigii ingilaand eegaluuf torban tokko qofatu hafe.
Jijjiirraan taphattootaa ganna kanaas itti fufeera. Kilaboonni qaawwa bara darbee guuttachuuf tattaafachaa jiru.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Garuu hanga ammaatti eenyutu eenyuun mallatteessifate?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#sports #arsenal #manutd #ispoortii #jijjiirraa taphattootaa #bbcafaanoromoo #bbc
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: