Viidiyoo aadaa Jimmaa hojjachuun kan beekamu Abbaa Tamaam eenyu? | BBC News Afaan Oromoo
Автор: BBC News Afaan Oromoo
Загружено: 2025-09-15
Просмотров: 29093
Abbaa Tamaam miidiyaa hawaasaarratti baay'ee beekama. Aadaa Oromoo keessattuu kan Jimmaa addatti hojjeta.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Viidiyoowwan baay'ee magaalatti waraabamu. Abbaa Tamaam garuu baadiyyaa keessa oola. Boottii godhatee dhoqqee keessa jiruu baadiyyaa nutti agarsiisa.
Maaliif kana gochuu filate? Kanaafi gaaffilee biroo gaafanneerra. Dhihaadhaa!
Qopheessaan: Hiikaa Fiixasaa
Kaameraa: Warqinaa Dirribsaa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#abbaatamaam #comedy #drama #oromoo #oromoo #jimmaa #bbcnewsafaanoromoo
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: