🛑 Na Irra Jira | F/ttuu Lidet Taaddalee |Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo
Автор: Zemarit Lidet Tadele - ባማ
Загружено: 2025-10-10
Просмотров: 33314
NA IRRA JIRA
Ayyaanni kee na irra jira
Simboo koo si Uffadheera
Kan nan raasneef qilleensi hamaa
Haalli hamaaf yeroon hamaa
Hunda dursa ani sin Waama
Iyyasuus sin waama
Ani siin taane ati naaf taate naaf taate naaf taate
Waa'ee kootiif duutee wareegamte
Iyyasuus Iyyasuus Kiristoos
Jireenya dha si'iin du'i koos
Hin Abdadhu Lammii koo Sanyii koo Aantee koo
Waan naaf jirtuuf ati yoomuu cina koo
Nan beeka Abbummaa kee dhugaa
Ati naaf Caalta fira dhiigaa
Yoon jibbame ani sifi sumaafi si'iifi
Dharraan kan koo kabaja boriifi
Hin mamu jireenya si faana
Harra gaddus borkootu Ulfina
Kan hin beekne dhandhamee mi'aa kee
Hin argine jaalala kan kee
Inni hin jiru du'eera du'aa dha
Boqonnaatu si'iin qofaa dha
Kan siin beeku akkam carroomaa dha
Situ Iyyasuus nagaa hin dhumne dha
ቻናሉን ስክራይብ በማድረግ አገልግሎቱን ይደግፉ !
#zemarit_lidet_tadele #ባማ_ቲዩብ
#Mezmur #አዲስ_የኢትዮጵያ_ኦርቶዶክስ_መዝሙር #new_ethiopian_orthodoxtewahido_mezmur
#ዝማሬ #zimare#mezmurorthodox #ማኅቶት_ቲዩብ_mahtot_tube #Finote_Tsidk_ፍኖተ_ጽድቅ
#donkey_tube #mezmurorthodox #ቤተ_ቅኔ_Bete_Qene #መዝሙር# maryam#zemari berekat tikue
#Quanquayenesh_media_ቋንቋዬነሽ_ሚድያ #ኦርቶዶክስ#Orthodox
#ዘማሪት_ምርትነ_ጥላሁን #mirtnesh tilahun officl_ቲዩብ_Amen_Tube #ዘማሪ
#TABOR_ታቦር_TUBE #zemari_solomon_abubeker_official
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: