Exit_Exam_
Автор: Milki Health Science TC
Загружено: 2025-11-10
Просмотров: 5275
Baga nagaan gara barnoota keenya kutaa 36ffaa shaakala ‘Exit exam/Licensure exam/COC tti nagaan dhuftan.
Barnootni keenya kutaan 36ffaa kun dhimma dhibee wal qunnamtii saalaan daddarbu (STI) keessaa tokko kan tahe dhibee ‘Syphilis’ irratti kan fuuleffatudha.
Viidiyoon kutaa kanaa gadi fageenyaan Saayinsii dhibee kanaa ibsuun cinatti qormaata gaaffii shan kan ‘Exit exam/Licensure exam/COC’ keessaa kan fudhatames of keessaa kan qabudha.
Hanga xumuraatti sirriitti yoo dhaggeeffattan gaaffii shaakalaa ‘Quiz’ gaaffii lama qabdu, ‘Comment’ jelatti kan deebii isaa nuuf barreessitan.
Kutaan itti aanu akka dafee isin qaqqabuufis 'Subscribe' gochuu hindagatiinaa.
Yaada keessan nuuf barreessaa.
Milkaa’uuf Milkii waan filattaniif galatoomaa
----------------------------------------------
Welcome to Part 36 of our Exit Exam, Licensure, and COC tutorial series tailored for health science students!
In this video, we dive into the topic of sexually transmitted diseases, focusing specifically on syphilis. We'll cover important details and present five exam questions related to this topic.
As a special engagement, we invite you to participate in a quick Quiz.
Listen carefully, as there will be two questions for you to answer in the comments section below.
Don’t forget to subscribe to our channel so you won't miss any future episodes in our series.
Thank you for joining us.
for more information: 0910690594, 0911058885
https://t.me/milkiHSC
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: