'Hawwii ulaa galaanaa Itoophiyaarratti Ertiraan maal jette? | BBC News Afaan Oromoo
Автор: BBC News Afaan Oromoo
Загружено: 2025-11-26
Просмотров: 6661
Ashamaa!
Sagantaa Kibxata galgalaatiin;
Mootummaan Ertiraa 'hawwii ulaa galaanaa Itoophiyaa walabummaa kiyyarratti aggaamame jedhe.
-Dargaggeessa -jireenya karaa gubbaarra ka'ee hanga dippilomaati Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanitti gahe.
Volkaanoon tibbana Affaaritti dhohee Hindiitti balallii xiyyaaraa jeeqe.
Odeeffannoo ispoortiis qabna dhiyaadhaa!
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: