Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

Hidhaa waggaa torbaan kan adabaman Obbo Taayyee Danda'aa eenyudha? | BBC News Afaan Oromoo

Автор: BBC News Afaan Oromoo

Загружено: 2025-12-05

Просмотров: 12468

Описание:

Manni Murtii dhaddacha har'a taa'een Obbo Taayyeen yakka meeshaa waraanaa seeran alaa qabatanii argamuun hidhaa cimaa waggaa 7fi ji'a lama akkasumas birrii 5,000 akka adabaman murteessera.

'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ

Deetaan Ministeera Nagaa duraaniifi miseensi Caffee kun Labsii Bulchiinsafi To'annoo Meeshaa Waraanaa 1177/12 keewwata 4 (1) fi 22 (3) jalatti himatamanii dhimmisaanii Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataatti murtiitti ilaallamaa turuunsaa ni yaadatama.

👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.

Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.

Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo  
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...

#bbc #bbcnews #taye #tayedanda #politics #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo

Hidhaa waggaa torbaan kan adabaman Obbo Taayyee Danda'aa eenyudha?  | BBC News Afaan Oromoo

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

Seerri Itoophiyaa waa’ee saalqunnamtii saala walfakkaataa maal jedha?| BBC News Afaan Oromoo

Seerri Itoophiyaa waa’ee saalqunnamtii saala walfakkaataa maal jedha?| BBC News Afaan Oromoo

Itoophiyaan tiktookaroota adamsuu eegaluun maaliifi? | BBC News Afaan Oromoo

Itoophiyaan tiktookaroota adamsuu eegaluun maaliifi? | BBC News Afaan Oromoo

Tiraamp UStti Somaalota maaliif 'arguu hin fedhu' jedhan? | BBC News Afaan Oromoo

Tiraamp UStti Somaalota maaliif 'arguu hin fedhu' jedhan? | BBC News Afaan Oromoo

'Dhiirotni miidhaa saalaa dubartootaa balaaleffachuu qabu' | BBC News Afaan Oromoo

'Dhiirotni miidhaa saalaa dubartootaa balaaleffachuu qabu' | BBC News Afaan Oromoo

Oromiyaatti dirqiin leenjii waraanatti naqaa jiru - Maatiifi jiraattota | BBC News Afaan Oromoo

Oromiyaatti dirqiin leenjii waraanatti naqaa jiru - Maatiifi jiraattota | BBC News Afaan Oromoo

Abbootiin Alangaa hidhattoonni WBO butanii gadhiisan maal himu? | BBC News Afaan Oromoo

Abbootiin Alangaa hidhattoonni WBO butanii gadhiisan maal himu? | BBC News Afaan Oromoo

Mana Marii Bakka Bu'oota Uummataa etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo|

Mana Marii Bakka Bu'oota Uummataa etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo|

WANAAN CITEE SITTI HAFEEF ANATU BEEKAA|| PASTOR ABITEW KEBEDE ON GAMMADAA SHOW 2025

WANAAN CITEE SITTI HAFEEF ANATU BEEKAA|| PASTOR ABITEW KEBEDE ON GAMMADAA SHOW 2025

Dhimma ulaa galaanaa irratti hojii hojjatamaa jiru etv |Ebc  |Etv Afaan Oromoo |Ethiopia

Dhimma ulaa galaanaa irratti hojii hojjatamaa jiru etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo |Ethiopia

Obbo Taayyee Danda'aarratti himanni haaraa sadii banamuu | BBC News Afaan Oromoo

Obbo Taayyee Danda'aarratti himanni haaraa sadii banamuu | BBC News Afaan Oromoo

ЗЕЛЕНСКИЙ СКАЗАЛ

ЗЕЛЕНСКИЙ СКАЗАЛ "НЕТ": Украина сорвала планы Кремля! СДЕЛКА С ПУТИНЫМ — ЛОВУШКА

5 человек, которые тихо УБИВАЮТ вас после 50 лет! Проверьте срочно | Еврейская мудрость

5 человек, которые тихо УБИВАЮТ вас после 50 лет! Проверьте срочно | Еврейская мудрость

Жириновский о евреях! Что будет, когда Израиль проиграет? 2004 год

Жириновский о евреях! Что будет, когда Израиль проиграет? 2004 год

🔴 Сидеть и МОЛЧАТЬ! РФ выдавили из мирного процесса по Украине

🔴 Сидеть и МОЛЧАТЬ! РФ выдавили из мирного процесса по Украине

Кечки ЖАҢЫЛЫКТАР топтому 12.12.2025

Кечки ЖАҢЫЛЫКТАР топтому 12.12.2025

Barattoota 300 Yuunivarsiitii Finfinnneerraa Maaliif Ariisistan? - Obbo Juundaddiin Saaddoo

Barattoota 300 Yuunivarsiitii Finfinnneerraa Maaliif Ariisistan? - Obbo Juundaddiin Saaddoo

Илон Маск шокирует — Tesla Tiny House за $7 999 уничтожает ипотеку и меняет будущее жилья!

Илон Маск шокирует — Tesla Tiny House за $7 999 уничтожает ипотеку и меняет будущее жилья!

Caayaa

Caayaa

⚡️ Ответный удар России || Взрыв в тылу НАТО | Атака Кинжалами по Одессе

⚡️ Ответный удар России || Взрыв в тылу НАТО | Атака Кинжалами по Одессе

Срочно! ДИКОЕ решение Путина по Донбассу. Эрдоган ЖЁСТКО КИНУЛ Кремль! В России КАТАСТРОФА. ЭЙДМАН

Срочно! ДИКОЕ решение Путина по Донбассу. Эрдоган ЖЁСТКО КИНУЛ Кремль! В России КАТАСТРОФА. ЭЙДМАН

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: [email protected]