Ani Perezidaantii Ameerikaati!
Автор: Donkey Tube - Afaan Oromoo
Загружено: 2024-10-21
Просмотров: 32287
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa!
https://storm-visage-3...
Ani Perezidaantii Ameerikaati! #dinklejoch #IjoolleeQaxalee #DonkeyTube
Koomeediyaan Isheetun warri Ijoollee isaanii fuulduratti waan dubbatan, dhagahanii fi hojjatan irratti of eeggannoo guddaa gochuu akka qaban ni amana. Sababni isaas ijoolleen akkasitti waa'ee addunyaa baru. Warri yeroo hunda haasaa jibbiinsaa hasa'aa fi dhaggeeffachaa kan jiran yoo ta'e daa'imni dhiibbaan guddaa akka irra ga'u ifadha. Egaa kaayyoon qophii kanaa guddaan ge'eessonni hirriba gadii fagoo isaan keessa jiran irraa dammaqsuudha.
Akkasumas qophii Kana Keessatti warri isaanii waa'ee sabaa, namummaa, jaalala, nagaa, safuu, fi egeree addunyaa ijoolleen isaanii waan jedhan fi yeroo keessummeessan Koomeediyaan Isheetuu waa'ee addunyaa isaan gaafatu maal akka deebisan dhageessissuu barbaada.
✅Foolowi fi sabiskiraaybi kanaan gadirratti nu godha!
Facebook: / eshe.melesse
Instagram: / comedian.eshetu
TikTok: / comedian_eshe. .
Donkey English / @donkeyenglish
Donkey በጎ / @donkeybego
Donkey Tube Academy / @donkeytubeacademy
#ijoolleeqaxalee #ድንቅልጆች #ድንቃድንቅ #እጹብድንቅልጆች #ኢትዮጵያ #habesha #DonkyTubeAfaaOromoo #DonkeyTube #AfaanOromo #ComedianEshetu #LoveStory #Officials #Tiktok #Live #Father #Family #DonkeyTube #AfaanOromo #BaacooAfaanOromoo #TopNewComedy #OromooCartoon #TubeComedyVideo #TodayfunnyVideo #NewfunnyComedy #TubeCommedyVideo #HibbooAfaanOromoo #hirkoo #QophiiIjoolee#irreechaa #dibaabehirkoo #ebstv #ethiopianmusic #lovestorymovie #risaamedia #sirbaafaanoromoo #obs #etvafaanoromoo#etv#obntv #ijoollee #manabarumsaa #barumsa #hiibboo #oduudurii #seenaa #oduusinbirtuu
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: