Hojjettuun Baankii Sandaafaatti akkamiin ajeefamte? | BBC News Afaan Oromoo
Автор: BBC News Afaan Oromoo
Загружено: 2025-12-18
Просмотров: 22564
Sagantaa Raadiyoo keenya har'aa sababa rakkoo teeknikaa nu mudateen yeroon dabarsuu dhabuu keenyaaf nu oofkalchaa!
Qabiyyeewwan keenya:
-Poolisiin Finfinnee namoota miidiyaa hawaasummaarratti ergaa duudhaa fi safuu hawaasaa cabsu dabarsan irratti tarkaanfii akka itti fufu ibse
-Hojjettuun baankii Sandaafaatti akkamiin ajeefamte
-TPLF ammas mootummaa federaalaa komachuu
Qophii ispoortii
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: