Bilbilli keenya yoo xalafamee jira ta'e akkamitti beekna?
Автор: WAAMICHA QUBEE 2
Загружено: 2022-03-20
Просмотров: 1559
Bilbilli keenya yoo xalafamee jira ta'e akkamitti beekna?
Yeroo darbe waa'ee track view kan mobaayilaa namaa ittiin xalafuu ykn too'achuun danda'ame isinitti himne. Eegaa yeroo amma kana teknolojiin waan baay'ee babal'ateef namni haaluma salphaan osoo nuyi hin eekin bilbila keenya xalafuu ni danda'a. Namni tokko erga bilbila keenya xalafeen booda fedhu sagalee keenya dhaggeeffachuu danda'a, fedhu viidiyoo nu waraabuu danda'a. Waanuma barbaade taasisuu danda'a. Kanaaf wantoota akkanarraa of eeguuf aappii isin dandeessuu isiniif qopheessinee jirra.
Aappii kana buufachuun fayyummaa bilbila keessanii eegaa! Aappiin kun shakkamuurraa illee isin oolcha. Dabalaatn aappiin wantoota heddu hojjeta. Akka tasaa namni dhoksaan bilbila keenyaan yoo bilbile ykn bilbilli dhoksaa gara keenya yoo bilbilame aappiin kun isin oolcha.
Aappiin kun size isaa xiqqoo waan ta'een namni kamiiyyuu bilbila isaarraa qabaachuu qaba.
Liinkii armaan gadiirraa buufadhaa. Akkaata itti fayyadamaaf viidiyoo armaan gadii kana ilaalaa!👇👇👇👇👇
https://app.kanapress.com/2022/03/20/...
Waliif qoodaa!👇👇👇👇👇👇
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: