🔴Ijoollee baay`ee qaba(ብዙ ልጆች አሉት የሊቀ መዘምራን ቴድሮስ ዮሴፍ መዝሙር በኦሮምኛ ቋንቋ በዘማሪት ቤተልሔም ንጉሴ)
Автор: fenote yared Mezmur ፍኖተ ያሬድ መዝሙር
Загружено: 2024-11-21
Просмотров: 633
Ijoollee baay'ee qaba( ብዙ ልጆች አሉት)
🔴በኦሮምኛ ቋንቋ የሊቀ መዘምራን ቴድሮስ ዮሴፍ መዝሙር በዘማሪት ቤተልሔም ንጉሴ)
Joollee baay'ee qaba maqaasaf Ragotaa
Nannoo isaa kan jiraan dhabeeraa galaataf
Araarsuumaan kansaa anaf garu adda
Ergamaa Mikka'eel waamnaan naan gammadaa.
Kabbajaa Ergamootaa hundaatti ol ta'ee
Gooftadhan muudamee jawwichaas ni dha'ee
Guddisaa kooti inni ta'ee Abbaf Hadhaa koo
Mikka'eel naaf dhufnaan ni bada dinnii koo.
Kan mul'aatuu hundaan Lapheen kan soodatee
Wantan hin arginees dinni yoo dhokfaatee
Naa olfaata daafee dandii koo naaf duursee
Ergamaan Mikka'eel koochoosaa diriirsee.
Seenaa Baahiraaniin yeroo Talaafinoos
gargaara Affoomiyyaa heenna Duraataawoos
Kan Rajjicha Daani'eel yoomi kan rawwaatuu
Gochi mikka'eel har'as hin dhabbaatuu.
Deggaraa Dandii irraa galaanaaf dacheetti
daafee kan qaqqabuu guuyyaa rakkaneettii.
Keenaan keenyaa ta'ee gammaachuun faarfaana
Ararsuummaasaatin har'as ni dhabbannaa.
Kabbajini kan ta'uuf kabbajaa keeniinaa
Gooftaan kan jaalaateef nuuti ni sagadinaa
Miti Mikka'eelf Hangaafaa Ergamootaaf
Kabbajaa jiraatti dacheeraa mootootaa.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: