Firaol Mosisa Bakkattan Debbisa Faarfannaa afaan oromoo ordoksii
Автор: Faaruu Studio
Загружено: 2022-04-13
Просмотров: 3745
↪️ faarfannaa afaan oromoo kan duriif ammaa argachuf channel kana subscribe godha jajjabeessa asii irrati dhimaa amantaa qofaa argatuu.
↪️↪️ faarfannaa Kun orjinal isaa YouTube Firaol Mosisaa jalaa argatuu.
↪️baagan naagan dhuftaan garaa channel kana ijoole ifaa fi jaalalaa 🖤❤️🤍🙏🙏
↪️ilmaa waaqayyoo isaa jiruu isaa jiraatuu darbees baraa baraan jiraatuu lallabudha.
↪️warra dhiphinaa Fi rakkinaa keessa jiraan isaa garaa boqonnatti isaa gessu yesus haa ebbifamuu
↪️adunyaa kanaraa kan boqonaa namaf kenuu yesus duwadha.
↪️ kiristoos isaa ifaa tahee dubbachuu lallabuu Fi dhugaa ba,uu .
↪️nutii ilmaan ifaaf sogidaa biyyaa lafaa warrii tanee.
↪️Mat. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹³ Yesus itti fufee, "Isin soogidda lafaa ti, soogiddi garuu miyaa yoo of keessaa dhabe maaliin deebi'ee miyeeffama ree? Gad baafamee gatamee namni irra ejjetee balleessa malee, homaa tokkoofuu waa'ee hin baasu.
¹⁴ Isin ifa biyya lafaa ti, mandarri tulluu gubbaatti ijaarame dhokachuu hin danda'u.
¹⁵ Homtinuu ibsaa qabsiisee guuboo jala hih kaa'u, baattuu ibsaa irra kaa'a malee; ibsichis mana keessa kan jiran hundumaaf in ibsa.
¹⁶ Namoonni hojii keessan isa gaarii arganii, abbaa keessan isa waaqa irraaf ulfina akka kennaniif ifni keessan akkuma kanaatti namoota duratti haa ifu!" jedheen.
#afaan_oromoo #faarfannaa #faaruu #song #singer #prayer #god #dawit #comment #like #live #share
↪️ channel kana irraatti waantoota hedduu argatuu
↪️ Faarfannaa qalbii jijiranna
↪️ faarfannaa galataa
↪️ faarfannaa cidhaa
↪️ faarfannaa jajjabinaa
↪️ faarfannaa afaan oromoo
↪️ faarfannaa afaan amarifa
↪️ faarfannaa afaan ingilifaa
↪️ Sagalee waaqayyoo
↪️ waalaloo afaan oromoo
↪️ waalaloo afaan amarifa
↪️ diramaa afaan oromoo
↪️ comedy movies funny video
↪️↪️↪️ gutummaa channel kana dhimaa amantaa qofaa ilalataa kanafuu subscribe godha jajjabeessa gafii sanduqaa comment jalati gafadhaa yookin comment godha gafadhaa.
↪️ Shalom naagan waaqayyoo inni wantii kamuu hin dangessinee isinif haa ta'uu
↪️ motuumaa waaqayyoo dhiyateraa yaada garaa keessan gedaradhaa.
↪️Enyuu ilee kiristoos malee garaa abbaa dhaquu danda'uu.
↪️Fayyisuu Fi dhisuu kan danda'uu kiristoos cubbuu nama kamiiyuu iyyuu kan dhiquus isaa qofadha.
↪️hadaraa Yaa isaa na dhaga'aa jirtuu guyyan fayyina har'aa har'aa keessa iyuu ammaa dafii dukkanaa sobaa ejjaa hamii jalaa dafii garaa ifatti baqadhu.
↪️shaloom baakka jirtan maratti.🙏
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: