Filannoon biyyaaleessa Itoophiyaa paartileen mormitootaa yaaddoo ibsaa jiran
Автор: BBC News Afaan Oromoo
Загружено: 2025-12-09
Просмотров: 8791
YOOYYAA! Sagantaa har’aatiin;-
Filannoon Itoophiyaa baatii 4 booda adeemsifamu, Paartileen mormitootaa gamanumaan yaadda'uu
Imaamanni Dhimma Alaa Ameerikaa haaraan waa'ee muddama Itoophiyaa fi Ertiraa maal akeeka?
Waldaan Qaalahiwoot Jiinkaa gaggeessitoota sadii dhibee Marbargiin dhabde maal jetti?
Pirezidantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii baatii tokkotti biyyoota sadii daawwachuu
Odeeffannoo Ispoortii fi kaanis qabna.
Itti dhiyaadha!
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: