Waa'ee viidiyoo yeroo 'hidhattoonni Faannoo' harka namaa muran agarsiisuu BBC’n mirkaneeffate
Автор: BBC News Afaan Oromoo
Загружено: 2025-12-12
Просмотров: 13369
YOOYYAA! Sagantaa har’aatiin;-
Waa'ee viidiyoo 'hidhattoonni Faannoo' harka namaa muran agarsiisuu BBC’n mirkaneeffate
Tiiktookaroota tibbana to’ataman seerri gaafachiisu maali? Ogeessaa seera dubbisneerra.
Saawud Arabiyaan gaanfa Afrikaatti dhiibbaa ishee akka cimsitu Ertiraan gaafatte.
-Namni birriin mil. 8.4 dogongoraan baankirra galeef deebisan maal jedhu?
Odeeffannoo Ispoortii qabna.
Itti dhiyaadha!
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: