Irreechi Keeniyaatti Dabbasaa Guyyoo waliin bade akkamiin deebi'e?
Автор: BBC News Afaan Oromoo
Загружено: 2025-10-25
Просмотров: 8186
Uummanni Oromoo Keeniyaa jiraatanii fi kanneen Itoophiyaarraa deeman magaalaa Naayiroobiitti irreecha kabajaniiru.
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Irreechi magaalaa Naayiroobii kun handhuura magaalattii bakka Paarkii Uhuruu jedhamutti kan kabajame yoo ta'u waggaa 10f erga adda citee booda deebi'e.
Hirmaattonni Irreecha kanaa bara 2016 booda haala kanaan kabajanii akka hin beekne dubbatan.
Irreechi bara Dabbasaa Guyyoo butamee achi buuteensaa dhabame adda cite amma akkamiin akka deebi'ee eegale nutti himaniiru.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#irrecha #nairobi #kenya #oromoo #oromo #itoophiyaa #aadaa #bbcnewsafaanoromoo
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: