Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Fulbaana 03, 2025 | BBC News Afaan Oromoo
Автор: BBC News Afaan Oromoo
Загружено: 2025-09-03
Просмотров: 9570
Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuu aangoo gadhiisuun dhimma ijoo sagantaa raadiyoo keenya har'aati.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Ajjeechaan Abee Dongoroo, harmee cilee gurguraa Hidha Abbayyaa waggootaaf tumsan, lammii Itoophiyaa 'si'a saddeet' karaa seeraan alaa gara biyyoota Arabaa deddeebi'eefi kaanis jiru.
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: