Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

Gulaalliin Waancaa Addunyaa 2026 seenaa haaraa hedduu galmeesse | BBC News Afaan Oromoo

Автор: BBC News Afaan Oromoo

Загружено: 2025-11-17

Просмотров: 10123

Описание:

Waancaan Addunyaa 2026 Yunaayitid Isteeis, Kanaadaa fi Meksiikooti waliin ta'uun qopheessu.

'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ

Dorgommiin kun biyyoota gara garaa sadiin yeroo qophaa'u kun isa jalqabaati.

Taphni baniinsaa Waxabajji 11, 2026 Magaalaa Meksiikootti kan jalqabamu yoo ta'u, cufiinsi isaa ammoo Niiwu Jersii keessatti Adoolessa 19 taasifama.

👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.

Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.

Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo  
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...

#sports #world #worldcup #manutd #ispoortii #argentina #bbcafaanoromoo #bbc

Gulaalliin Waancaa Addunyaa 2026 seenaa haaraa hedduu galmeesse | BBC News Afaan Oromoo

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

Ajajaan waraanaa US MM Abiy fi F/Maarshal Biraanuu waliin maal mariyatan? | BBC News Afaan Oromoo

Ajajaan waraanaa US MM Abiy fi F/Maarshal Biraanuu waliin maal mariyatan? | BBC News Afaan Oromoo

Ilmi Mootii Sa'udi Arabiyaa, Mohaammad Bin Salmaan (MBS), akkamiin aangoo kore?

Ilmi Mootii Sa'udi Arabiyaa, Mohaammad Bin Salmaan (MBS), akkamiin aangoo kore?

Waraanni Kooriyaa xumuramee hin beeku - garuu akkamiin eegale? | BBC News Afaan Oromoo

Waraanni Kooriyaa xumuramee hin beeku - garuu akkamiin eegale? | BBC News Afaan Oromoo

Dargaggeessa Itoophiyaa jireenya karaa gubbaa irra ka'ee UN'tti bakka bu'aa biyyoota hedduu ta'e

Dargaggeessa Itoophiyaa jireenya karaa gubbaa irra ka'ee UN'tti bakka bu'aa biyyoota hedduu ta'e

Gocha 'saal qunnamtii fokkisaa' Dubaayitti | BBC News Afaan Oromoo

Gocha 'saal qunnamtii fokkisaa' Dubaayitti | BBC News Afaan Oromoo

Itoophiyaan ulaa galaanaa gaafachuun maal buuseef? | BBC News Afaan Oromoo

Itoophiyaan ulaa galaanaa gaafachuun maal buuseef? | BBC News Afaan Oromoo

Hariiroo Ameerikaa, Masrii fi Itoophiyaa| BBC News Afaan Oromoo

Hariiroo Ameerikaa, Masrii fi Itoophiyaa| BBC News Afaan Oromoo

'UAE'n Itoophiyaa, Bahaa Afrikaa jeeqaa jirti' - Pirezidantii Ertiraa | BBC News Afaan Oromoo

'UAE'n Itoophiyaa, Bahaa Afrikaa jeeqaa jirti' - Pirezidantii Ertiraa | BBC News Afaan Oromoo

ABO-WBO muddama Itoophiyaa fi Eertiraa gidduutti uumee irratti ejjennoo akkamii qaba?

ABO-WBO muddama Itoophiyaa fi Eertiraa gidduutti uumee irratti ejjennoo akkamii qaba?

"Он күндөн бери тамак жей элекпиз". Тигүү цехиндеги бангладештиктердин арызы

'Hawwii ulaa galaanaa Itoophiyaarratti Ertiraan maal jette? | BBC News Afaan Oromoo

'Hawwii ulaa galaanaa Itoophiyaarratti Ertiraan maal jette? | BBC News Afaan Oromoo

Itoophiyaan dorgommii  UAE fi Sa'udii gidduutti rakkoo seenaa jirtii?| BBC News Afaan Oromoo

Itoophiyaan dorgommii UAE fi Sa'udii gidduutti rakkoo seenaa jirtii?| BBC News Afaan Oromoo

Obbo Taayyee Danda'aarratti himanni haaraa sadii banamuu | BBC News Afaan Oromoo

Obbo Taayyee Danda'aarratti himanni haaraa sadii banamuu | BBC News Afaan Oromoo

КОРРУПЦИЯГА ШЕКТЕЛИП МУГАЛИМДЕР КАРМАЛДЫ

КОРРУПЦИЯГА ШЕКТЕЛИП МУГАЛИМДЕР КАРМАЛДЫ

Что на самом деле произошло с Boeing 727 над озером Мичиган

Что на самом деле произошло с Boeing 727 над озером Мичиган

Ertiraan mootummaa Itoophiyaaf deebii kennite| BBC News Afaan Oromoo

Ertiraan mootummaa Itoophiyaaf deebii kennite| BBC News Afaan Oromoo

The Day Lionel Messi and Kylian Mbappé Shocked The Whole World

The Day Lionel Messi and Kylian Mbappé Shocked The Whole World

Oromiyaatti dirqiin leenjii waraanatti naqaa jiru - Maatiifi jiraattota | BBC News Afaan Oromoo

Oromiyaatti dirqiin leenjii waraanatti naqaa jiru - Maatiifi jiraattota | BBC News Afaan Oromoo

🔥 Не мир, а ИЗМАТЫВАНИЕ Украины – Путин отказался от компромиссов – объясняет FREEДОМ

🔥 Не мир, а ИЗМАТЫВАНИЕ Украины – Путин отказался от компромиссов – объясняет FREEДОМ

ПИНКУС: ВОТ КТО СЛИЛ плёнки Уиткоффа-Ушакова! Трамп ОШАРАШИЛ Украину по войне. СДЕЛКИ не будет?

ПИНКУС: ВОТ КТО СЛИЛ плёнки Уиткоффа-Ушакова! Трамп ОШАРАШИЛ Украину по войне. СДЕЛКИ не будет?

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: [email protected]