Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

Abbaa daa'ima kiyyaa shakke: Dhaddacha Jaalalaa Doosee 15ffaa

Автор: Nuuralhudaa

Загружено: 2024-01-14

Просмотров: 65149

Описание:

Iyyannoo 1ffaa. As wr wb. Nagaya nuuf jirtanii qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Qophiin keessan kun qophii ajaa’ibaati. Dhugaa dubbachuudhaaf sagantaalee raadiyoo afaan oromoo irratti dhageeffadherraa waan hagana na gammachiise hin argine. Wanti kun namas booharsaa barumsa guddoos namaa dabrsa. Qophii ajaaibaa tana nuuf qopheessuu keessaniif guddoo isin galatoomfanna. Ani maqaan koo A.J jedhama.

Waggaa 2 dura heerume. Jaarsi kiyya nama gaariidha. haalaa amalli isaa fakkaataa hin qabu. Qabeenyas waan isaaf gahaa tahe ni qaba. bifaanis haalaan bareedaadha. Walumaa galatti anaaf nama jaalatamaadha. garuu dheerina qaamaatiin anatu isarra dheertuudha. Dheerina kiyya kana inni haalaan jaalata. Inumaa dheerina kiyya kana laalee akka na jaalate naaf himee jira. An garuu haalaan dheeradhee ofii gaditti isa laaluun kiyya heddus nangammachiisu. Iyyannoon tiyya waahee dheerinaa kanaa miti.

Rakkoo jabduu halkanii guyyaa hirriiba na dhoorgite takkatu harkaa na qaba. anaafi jaarsi kiyya wal fuunee eega baatii 2 wajji jiraannee booda, firri isii tokko osoo an quba hin qabne akka tasaa natti seenee hamtuu natti dalage. Yeroo san jaarsi kiyya torban tokkoof imaltuu deemee ture. Osoma jaarsi kiyya imaltuu jiru namni hamtuu natti dalage kun balaa makiinaatiin du’e. jaarsi kiyyas dubbii tana dhagayee imala irraa deebi’e. wayta jaarsi kiyya deebi’u ummanni Ta’ziyaa irra jira. Anis isaanuma wajji ta’ziyaa jira.

Galgala wayta jaarsa kiyya wajji manatti deebinu, firri kee ka du’e kun hamtuu natti dalage jedhee itti dubbachuun hedduu natti ulfaate. Jaarsi kiyya nama san haalaan jaalata. Badii inni natti dalage itti himuun lammata isa ajjeesuu taati jedhee ofirraa use. Achi booda jaarsi kiyyas gama imaltuu hin deebine. Yeroo san irraa baatii 9 booda ilmoo duraa argadhe. An amma shakkii guddoo qaba.

daa’imni kiyya ka jalqabaa kun ka namicha du’ee san tahuu hin oolu jedhee sodaadha. Dubartiin waan ofii ni beeyti. Anis guyyaa garaa kiyyaa waan beekuuf, daa’imni kiyya ka jalqabaa kun ka eenyuu akka tahe hedduu shakkutti jira. Waa hunda caalaa wanti akkaan na cinqe, daa’imni kun qajeela namicha du’e san fakkaachuu isaati. Inumaa namni heddu daa’ima kana yoo argu Abaluun fakkaata jedhaa dubbata.

Sababaa kanaaf yaaddoo jabduu keessa jira. Adaduma daa’imni guddataa deemuun bifti daa’imaatis jijjiramutti jira. Dhugaa jirtu jaarsa kiyyatti himuufis, haga har’aa maaliif uste naan jedha jedhee sodaadhe. Usuufis dubbiin hirriba na dhoorgite. Furmaanni kiyya maali?

Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.

We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.

Abbaa daa'ima kiyyaa shakke: Dhaddacha Jaalalaa Doosee 15ffaa

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

RNH 987, November 24, 2025 Soora Qalbii

RNH 987, November 24, 2025 Soora Qalbii

VFX : Soba dhugaa fakkaatu!

VFX : Soba dhugaa fakkaatu!

"Yoo inni firaashaaf na barbaadu ani nin dida" Dhaddacha Jaalalaa 22

Кыргыз маданиятына суктанган Президенттер

Кыргыз маданиятына суктанган Президенттер

"Waan na hin beeyne na barsiisee na biraa deeme" Dhaddacha Jaalalaa 27

Eegan Heerumee booda Gurbaa dur jaaladhu tasa arge - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 14ffaa

Eegan Heerumee booda Gurbaa dur jaaladhu tasa arge - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 14ffaa

"ALLAH MAWLAY”| Nashiidaa Gamtaa Haaraya |BESTETHIOPIAN OROMIC NASHED[ #Ulul_Azm #NashidaAfaanOromo

Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28

Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28

MAQAAN KOO SHUKRI MITI || SHUKRI JEMAL ON GAMMADAA SHOW || 2025

MAQAAN KOO SHUKRI MITI || SHUKRI JEMAL ON GAMMADAA SHOW || 2025

Кечки ЖАҢЫЛЫКТАР топтому 26.11.2025

Кечки ЖАҢЫЛЫКТАР топтому 26.11.2025

Intala Zinaan Dhalatte Fuudhuu... Dhaddacha Jaalalaa 54

Intala Zinaan Dhalatte Fuudhuu... Dhaddacha Jaalalaa 54

Intala Qalamtee Fatanaa 5 Booda Mootii Taate

Intala Qalamtee Fatanaa 5 Booda Mootii Taate

Rymanowski, Golędzinowska: Twarzą w twarz z diabłem

Rymanowski, Golędzinowska: Twarzą w twarz z diabłem

Maaliif Salaanna? | Farhiyaa Aadam 2024

Maaliif Salaanna? | Farhiyaa Aadam 2024

"Intala ilmoo hin dhalle tana hiikii tan biroo fuudhi" - Dhaddacha Jaalalaa 47

Sheikh Amin Ibro - Waan 4 khana yoo qabaate Milkooftee

Sheikh Amin Ibro - Waan 4 khana yoo qabaate Milkooftee

"Intala fira isaa wajji zinaa dalaga." Dhaddacha Jaalalaa 25ffaa

"Icciitii jabduu isiin dhoysite irratti beeke." Dhaddacha Jaalalaa 16ffaa

“Geelee jaartii tiyyaa jaaladhe” Dhaddacha Jaalalaa 24

“Geelee jaartii tiyyaa jaaladhe” Dhaddacha Jaalalaa 24

Путин кыргызча сүйлөп.. Өзгөчө официалдуу тосуп алуу аземи өттү

Путин кыргызча сүйлөп.. Өзгөчө официалдуу тосуп алуу аземи өттү

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: [email protected]